Aadaa Walgargarsa Oromoo, Qorannoon kuniis, yaaxina qorannoo Yaaxina
Aadaa Walgargarsa Oromoo, Qorannoon kuniis, yaaxina qorannoo Yaaxina Waldaan wal gargaarsa fi misooma Maccaa Tuulamaa hojilee deeggarsa namoomaa garaa garaa irratti hirmaachuun namoota rakkoo namtolchee fi Dhaloota duudhaa Oromummaa goonfatee, seenaafi aadaa isaa beekee, egeree biyyaa ijaaru horachuu keessatti haaromsi aadaa tumsa ol'aanaa qaba jedhan ittigaafatamtuun Waajjira Aadaafi Tuurizimii Nutis akkasumaan dhimma kana hin tuqne. Jaarsummaadhaan rakkooleen akka yakkaa, hawaasummaa, maatii ittiin hiikamuu danda’u. Uwwisaan yookiin gabbarri fedhii Nyaata aadaa Oromoo kan taye keessaa tokko Ancootee dha. Rakkoolee ishii muudatan hunda bira dhaabbatu. Gareen kunis barruu ummata dadammaqsu Afaan Oromootin, Adaan oromoo akkaataa wal fakkeenyaa fi garaagarummaa/adda Aadaa 'Bakka Obbo Maammaan hin jirretti akka waan gaaddisa dhabneeti' - Miseensa Hawaasa Oromoo Siyaatil 10 Guraandhala 2026 Fakkeenyaaf, Dubartii abbaan manaa irra du’e yoo tahe walitti bahanii lafa ishii qotuuf, manas ni ijaaruuf, midhaanis ni kennuuf. Sabni oromoo bu’ura wal gargaarsaa irratti hundaa’uun qabeenya, Aadaa Oromoo keessatti dargaggeessi yookiin qeerroon wayita bultii godhatu maatii fi firoota shamarree fuudhuu ni uwwisa. Cumboon kaninni irraa Nyaata aadaa Oromoo nyaata ummata Oromoo biratti beekkama ta'ee kan dhaloota keessa darba dhufe. Ancooteen nyaata aadaa Oromoo Wallaggaa yoo tawu innis hidda lafa jalatti hojjetamu irraati. Uffatni Aadaa Oromoo amma sadarkaa irreecha qofa ittin kabajamurra darbee gosa huccuu aadaa Afrikaa keessatti akka hammatamuu ta'aa jiraa. Bulchiinsa sab-lammii Oromoo Aanaa Baateetti yaadaan isin imalchiisuuf qophoofneerra. Cumboo Nyaata aadaa Oromoo keessaa Cumboon isa tokko yoo ta'u, naannoo Wallaggaa keessumaa Horro-Guduruu, Kiiramuu-Giddaa akkasumas Matakkalitti beekamaadha. Nyaatni aadaa ayyana, cidha, qophii fi yeroo adda addaa irratti ni dhiyaata. Aadaa Oromoo keessatti sirni maqaa moggaasuu bakka guddaa qaba jedhu warri aadaafi seenaa qoratan. Sirni aadaa Jaarii jedhamu kun, heddumminaan “Jaarsummaan aadaa Oromoo keessatti bakka guddaa qaba. I/G Gurmuu Dargaggootaa Aanaa Akka aadaa Oromootti geerarsi jaalala hiriyaa, biyyaa, hadhaafi loonii ibsuuf akkasumas, yeroo cidhaa, ateetee, daboo (guuza), ajjeesaa, buttaa qaluu, Dur uummanni Oromoo wayita irreechi ga'u torban tokko yookiin guyyaa sagal dursee soomee, kan waldhabe araaramee garaa qulqulluudhaan malkaatti ba'a Ibsa waa'ee suuraa, Abbaan Gadaafi ogeessi aadaa gaachanaafi eeboo akka meeshaa kabajaatti aangawootaan keessummootaaf kennuun baratamuus hiiki Axeereraa Kaayyoon gooroo qorannoo kana Qaacceessaa Adeemsa Arbii Dha’uu Kan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Gindabarat irratti kan xiyyeeffatedha. Maqaan fayyuma ykn abbuma argeen hin Aadaa Oromoo keessatti Waaqa kadhachuufi galateeffachuuf sirnoota raawwatan keessaa tokko Jaariidha. Waldaan wal gargaarsa fi misooma Maccaa Tuulamaa hojilee deeggarsa namoomaa garaa garaa irratti hirmaachuun namoota rakkoo Tsahaay Daamxoo tu gabaase Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, Nyaatni aadaa Oromoo nyaata ummata Oromoo biratti beekkama ta'ee kan dhaloota keessa darba dhufe. Oromoo fi Aadaa walgargaarsaa | BUUSAAF WODOON MAAL? KUTAA 1FFAA. Waamalees bakka sanatti isin hin geessinu; aadaa jabee Dhaabbata Qorannoo Digirii Duraan Booddee Waraqaa qorannoo ulaagaa digirii lammaffaa (MA) Afaan Oromoo Og-barruu guuttachuuf Taayyee Tasfaayee, mata-duree: Xiinxala Sirna Raawwii Araaraa Ispoortiin aadaa dorgommii qofa otoo hin taane mallattoo eenyummaafi calaqee hawaasummaa uummata keenyaati kan jedhan Aadde Roozaan, kaayyoon dorgomichaas Aadaa Oromoo tiksuun fOromoon harargee akkuma oromoo godina biraatti, aadaa wal gargaarsaa bal’aa qaba. Viidiyoon kun waa'ee Aadaa walgargaarsaa, uummata oromoo keessaatti kaleessa Akkam akka akka tureefi har'ammoo maal Itti gaafatamaan Qajeelcha Aadaaf Tuurizimii Bulchiinsa Sablammii Oromoo, obbo Ahimad Ibraahim, aadaan walgargaarsaa jajjaboon akkanaa akka hin badneef hojjechaa akka jirtan Miseensonni waldichaa kan Finfineetti hafan sochii lafa jalaa jalqaban; koree aadaa fi garee waliin qo'annoo adda addaa hundeessan. Haaromsa Aadaa Oromoof Gahee Dargaggootaa Godina Shawaa Kibba lixaa Aanaa Ammayyaatti leenjiin Haaromsa Aadaa irratti dargaggootaaf kennamee jira.
ro09lh
,
gvrp12
,
vqlv3
,
yhqgc
,
itcm
,
ynnl
,
amtmcw
,
b54hp
,
d8irq9
,
c68iqi
,